Dubbii Himaa Wal-waraansa Adda Waraanaa hundeeffamaa Raadiyoo Burqaa Oduu sababeeffachuun dhaamsa dabarsan.
top of page
  • JWBOW

Dubbii Himaa Wal-waraansa Adda Waraanaa hundeeffamaa Raadiyoo Burqaa Oduu sababeeffachuun dhaamsa dabarsan.




  Dhageeffatoota Raadiyoo Burqaa Oduu (RBO) Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo maraaf, waxabajjii 12, 2024 eegaluun hundeeffama Raadiyoo Burqaa Oduu ilaalchisuun Hooggansaa waraanaa dabalatee qondaaloota Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo waliigalaa Idilee Ifatti, erga ni dabarsuu.

Guyyaa gaafa Waxabajjii 12,2024 Dubbii Himaa Wal-waraansa Adda Waraanaa ni dhihaatuu caqasaa.

Dhageeffachuuf: https://wiirtuu.com Ejeensii Burqaa Oduu (EBO) youtube, irraatti ykn Youtube: Raadiyoo Burqaa Oduu ittin hordafuun ni dandahama.

 Guutummaa dhaamsa Jaal Boonsaa Dhugaasaa Laggasee waxabajjii 12, 2024 ni dhihaataa.

153 views0 comments
                 Ejeensii Burqaa Oduu Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa(EBO-JWBOW)
                                  General Organazation of the  Oromoo Liberation Army  (GOOLA)
bottom of page