top of page
Ejeensii Burqaa Oduu
Jaarmiyaa WBO Waliigalaa
General Organization of the
Oromo Liberation Army
Breaking News: Ejeensii Burqaa Oduu Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa (EBO-JWBOW)
General Organization of the Oromo Liberation Army (GOOLA)
Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo(WBO/OLA)
Ibsa Hojii waliigalaa miidiyaa elektriooniksii Jaarmiyaa waraana Bilisummaa Oromoo
Hojii waliigalaa
-
Kutaa Hariiroo fi quunnamtii hawaasaatti dameen miidiyaa elektirooniksii karaa mala ergaa dadabarsuu dijitaalaa interneetiitiin dhimmoota hooggansi sadarkaa hooggansa Olaanaatti akka ifoomu/dabarfamu murteessan ogummaa hojii miidiyaan qindeessee karaa marsariitii EBO Jaarmiyaa WBO Waliigalaa fi fuula sabaquunnamtii hawaasaatiin gabaasuu,
-
Ergaa karaa miidiyaa dijitaaliin Jaarmiyaa WBO Waliigalaaf ergaman qindeessee hoogganaa hariiroo waliigalaatiif dhiheessuu,
-
Waa'ee WBO afaanota garagaraatiin akkaataa barbaachisummaa isaatti Afaan Oromoo irraa gara afaan barbaadameetti hiikee qaqqabsiisuu, gaazexaa dijitaalii torbanii, ji`aa qopheessee maxansuu fa'a.
bottom of page