Imaammata Miidiyaa JWBOWI | Jaarmiyaa WBOW
top of page

Ejeensii Burqaa Oduu Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa (Ifattii)

 Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO/OLA)

 

 Ibsa Hojii waliigalaa miidiyaa elektriooniksii Jaarmiyaa waraana Bilisummaa Oromoo                                              

Hojii waliigalaa Kutaa Hariiroo fi quunnamtii hawaasaa waliigalaatti Damee Miidiyaa Elektirooniksii Karaa mala ergaa dabarsii Dijitaalaa Interneetiitiin dhimmoota Hooggansi Sadarkaa Hooggansa Olaanaatti akka ifoomu/dabarfamu murteessan ogummaa hojii miidiyaan qindeessee karaa marsariitii E.B.O.Jaarmiyaa WBO Waliigalaa fi fuula sabaquunnamtii hawaasaatiin gabaasuu, ergaa karaa miidiyaa dijitaaliin Jaarmiyaa WBO Waliigalaaf ergaman qindeessee Hoogganaa Hariiroo waliigalaatiif dhiheessuu, waa'ee WBO waliigalaa afaanota garagaraatiin akkaataa barbaachisummaa isaatti Afaan Oromoo irraa gara afaan barbaadameetti hiikee qaqqabsiisuu, gaazexaa dijitaalii torbanii, ji`aa qopheessee maxansuu ...

  • Instagram
  • Facebook
  • Twitter
  • LinkedIn
  • YouTube
  • TikTok

Waa'ee Arraatta Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa Ifattii 

Arraata Ejeensii Burqaa Oduu Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa

Ibsa Waliigalaa Miidiyaa JWBOW

  • Hojii waliigalaa Kutaa Hariiroo fi quunnamtii hawaasaa waliigalaatti Damee Miidiyaa Elektirooniksii Karaa mala ergaa dabarsii Dijitaalaa Interneetiitiin dhimmoota Hooggansi Sadarkaa Hooggansa Olaanaatti akka ifoomu/dabarfamu murteessan ogummaa hojii miidiyaan qindeessee karaa marsariitii E.B.O.Jaarmiyaa WBO Waliigalaa fi fuula sabaquunnamtii hawaasaatiin gabaasuu, ergaa karaa miidiyaa dijitaaliin Jaarmiyaa WBO Waliigalaaf ergaman qindeessee Hoogganaa Hariiroo waliigalaatiif dhiheessuu, waa'ee WBO waliigalaa afaanota garagaraatiin akkaataa barbaachisummaa isaatti Afaan Oromoo irraa gara afaan barbaadameetti hiikee qaqqabsiisuu, gaazexaa dijitaalii torbanii, ji`aa qopheessee maxansuu ....

Arraata Ejeensii Burqaa Oduu Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa

Angoo fi Gehee Hojii 

Aaangoo Gahee Hojii waliigalaa  Hojimaata waliigalaa karooraa fi tarsimoo / imaammata kaayyoo WBO hayyamuun dhimmoota siviilii fi waraanaa karoorsuu, caasaa gurmaainsaa hojii sivilii qindeessanii fi hojjetan raggaasisu /murteessu , Qaamota mooraa qabsoo Oromiyaa keessaa, qaamota qindoominaa humna Waraana Bilisummaa Oromoo fi caasaa siviilii isaa wajjin hojii walfakkaataa qaban murteessuu.

Qaamota dantaa waloo humna WBO waliin qabaachuun hariiroo michummaa sadrkaa idil adunyaa fi RFDE keessaa argaman murteessuu, rimiddii gita hojii siviilii fi waraanaa gita hojii olaanaa, giddugaleessaa fi bulchiinsa kallattii barbaachisanii kallattii akeekuu fi kaadhimamaa gita hojii isaa irratti murteessuu fi mirakaneessuu;

Caasaa gurmaa’insa hojii fi humna namaa qubsuma lafaa murtessuu, qaamota hojii bakka bu`ummaa hojjetaniif xalayaa beekmtii kennu, jijjiirama gita hojii fi bakkaa kennuu, gaafatamummaa daangaa hojii WBO murteessuu; ibsa ejjennoo, balaaleffannaa, kennuu.

Arraata Ejeensii Burqaa Oduu Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa

Gurmaa'insa Hojiilee Damee Miidiyaa Interneeta

1. Maqaa Arraata /Marsariitii  Internetaa  Jaarmiyaa WBO Waliigalaa

  • Ejeensii Burqaa Oduu Jaarmiyaa WBO Waliigalaa (EBO-JWBOW)

2. Maqaa Sabquunnamtii hawaasaa Jaarmiyaa WBO Waliigalaa

  •      Jaarmiyaa-WBO/OLA

3. Tartiiba Gurmaa'insa Caasaa Damee Miidiyaa dijitaalii

  • Sadarkaa Bilchiinsaa Kallattii

4. Ibsa Hojii waliigalaa Miidiyaa Elektironiksii jaarmiyaa WBO waliigalaa

Miidiyaa JWBOW Quunnamuuf 

Marsariitii Internetaa Jaarmiyaa WBO waliigalaa :EBO-JWBOW argachuuf: https://wiirtuu.com,

Facebook Page: Jaarmiyaa-WBOWI

youtube: Jaarmiyaa-WBOWI

Twitter: Jaarmiyaa WBOWI @ebo_Jwbo

e-meelii: JWBO430@gmail.com

https://wiirtuu.com

                 Ejeensii Burqaa Oduu Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa(EBO-JWBOW)
                                  General Organazation of the  Oromoo Liberation Army  (GOOLA)
bottom of page