top of page
jwbo430w

JAARMIYAA WARAANA BILISUMMAA OROMOO WALIIGALAA (JWBOW) Ifatti.




Hojimaata - JAARMIYAA WARAANA BILISUMMAA OROMOO WALIIGALAA IFATTI (JWBOWI).

1.Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaatti,Barreessaa Waliigalaa.

2.Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaatti,Gargaaraa Waliigalaa Barreessaa Jaarmiyaa,Qindeessaa Waliigalaa fi To'ataa Hojiimaataa Ifatti.

3.Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaatti,Ajajaa WBO Idilee.

4.Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaatti,Ajajaa Humna Addaa WBO (Jajjabee)

5.Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaatti,Hoggana Dhimmoota Hariiroo Waliigalaa.

6.Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaatti,Hoggana Dhimmoota Siviilii.

7.Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaatti,Hoggana Dhimmoota Waraanaa.

8.Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaatti,Hoggana Dhimmoota Seeraa fi Tajaajila Gorsa Waliigalaa.


•DHIMMOOTA WARAANAA,SIVIILII WALIIGALAA-HAWAASUMMAA,NAMOOMAA,TOLA-OLTUMMAA FI NAGEENYAA.

1.Dhimma Diinagdee fi Hawaasummaa

2.Dhimma Hariiroo fi Qunnamtii Waliigalaa

3.Dhimma Miidiyaa fi Odeeffannoo

4.Dhimma Qindoomina Alaa

5.Dhimma Qindoomina Keessoo

6.Dhimma Qindoomina Siviilii

7.Dhimma Qindoomina Waraanaa

8.Dhimma Karoora fi Humna Namaa

9.Dhimma Hordoffii Dhimmoota Addaa

10.Dhimma Haala Mijeessaa Dhaabbilee Miti-Mootummaa fi Mirgoota Namoomaa.


•AANGOO FI GAHEE HOJII JWBOW Ifatti (G.O.O.L.A - Officially)

Aangoo fi gahee hojii waliigalaa: Hojimaata waliigalaa karoora fi tarsiimoo / Imaammata kaayyoon WBO hayyamuun,dhimmoota Siviilii fi Waraanaa karoorsuu, Caasaa gurmaa'insa hojii siviilii qindeessan fi hojjatan raggaasisuu (murteessuu),Qaamoota mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessaa,Qaamoota qindoomina humna Waraanaa Bilisummaa Oromoo fi Caasaa siviilii hojii isa wajjii walfakkaataa qaban murteessuu.


•GURMAA'INSA HOJIILEE IDILEE -JWBOW Ifatti (G.O.O.L.A - Officially)

Caasaa gurmaa'insa hojii fi humna namaa,qubsuma murteessuu; Qaamoota hojii bakka bu'ummaan hojjataniif xalayaa beekamtii kennuu,jijjiirama gita hojii fi bakka kennuu,gaafatamummaa daangaa hojii WBO murteessuu,Ibsa ejjannoo fi balaaleffannaa kennuu (baasuu).


•AJAJAA (HOGGANA) JAARMIYAA WARAANA BILISUMMAA OROMOO WALIIGALAA Ifatti.

Mooraa Faajjii Walabummaa keessatti,labsiiwwan karaa kallattii fi al-kallattii qaama seera dhorkaa (idilee addaa) irraa kennaman,madda seera qabeessa ta'uu mirkaneesseera. Hogganootni sadarkaa olaanaa jaarmiyaa WBO (Koree WBO),Mooraan qabsoo Birmadummaa,Warraaqsaa,Siyaasaa fi Gurmaa'insa qaamoota mooraa qabsoo Birmadummaa qaama qabsoo mirkaneessan fi Gurmaa'insa caasaa idilee addaa nageenya waaraa waliigalaa icciitii seeroota dhorkaa sadarkaa hojii ifa hin taaneen alatti hojjataman akkasumas olaantummaaa Alaabaa mirkaneessuuf dirqama qaban akka jiran kan dhugoomsu fi itti amanudha.

Jarmiyaan WBO Waliigalaa Imaammata waliigalaa ifatti qabu cinaatti,Qaamoota seera qabeessa mooraa qabsoo ta'aan irraa labsii afaanii ykn barreeffamaan dhimma waloo waliigalaa irratti, idilee addaa akkaataa Jarmiyaa kana ilaallatuun kallattiin ykn al-kallattiin haala barbaachisummaa isaatti raawwataman akka jiranis ni amana.

137 views0 comments

Comments


bottom of page