JAARMIYAA WARAANA BILISUMMAA OROMOO WALIIGALAA | GENERAL ORGANIZATION OF THE OROMO LIBERATION ARMY التنظيم العام لجيش تحرير أورومو
GAAFA: SADAASAA 15,2023 DATE Lakk: DM/JWBOW-5405HL No:
Hooggansa /Ajaja Jaarmiyaa Waraanana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa (JWBOW)
Beeksisa Hojii Eegaluu Damee Miidiyaa Elektiroonksii irraa:
Kabajamaa uummata Oromoo, lammiilee Gadaa fi lammiilee Naannoo Oromiyaa tiif
Ejeensii Burqaa Oduu Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo waliigalaatti Damee Miidiyaa Elkitroonksii (EBO-JWBOW) karaa fuula Miidiyaa Hawwaasummaa fi marsaarratti Intarneetiitin ( https://wiirtuu.com) Sadaasaa 15, 2023 irraa eegalee sochii Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Idilee ifaatti, Gurmaa'insa Siviilii, waraanummaa, falmaa Bilisummaa fi walabummaa moonaa qabsoo bilisummaa Oromoo fi lammiilee Oromiyaa kallattii xumuraa birmadummaa mirkaneessuuf tokkuummaa murteessaa dha. Kanaafuu sochiilee waliigalaa Waraanaa Bilisummaa Oromoo, Yaada miseensoota, Qondaalota, Ajajoota Sadarkaa Giddugaleessaa fi koonyaatti jiran sur-sagalee fi dhimmoota kana fakkaatan afaan Oromootiin hojiin ni eegalamu.
Birmadummaa Biyyaa, Siyaasaa, Hawaasummaa, Mirga Namoomaa Uummata Oromoo, Lammiilee Oromiyaa ni Mirkaneessinaa!
Comments