IBSA WALIIGALAA DUUCHAATTI (GIRMAA'INSA CAASAA IDILEE) DAMEE WBO DURAANII.
top of page
  • jwbo430w

IBSA WALIIGALAA DUUCHAATTI (GIRMAA'INSA CAASAA IDILEE) DAMEE WBO DURAANII.




Gurmaa'insa caasaa hojiiwwan fi itti gaafatamummaa WBO/OLA idilee ifatti duraanii,caasaa fi ajaja WBO jalatti ture sadarkaa Damee,Birkii fi Zoonileettidha.

Addi Bilisummaa Oromoo yeroo ifatti hojii isaa eegale irraa kaasee,akkaataa barbaachisummaa isaanitti,Gurmaa'insa dameelee isaa bara 1978 Dameen Dantaa Waraana Bilisummaa Oromoo (DD-WBO) hojiirra oolan keessaa tokkodha.

Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO)'n caasaa ABO'n diriirse keessaa dhimma qabsoo hidhannoo farra cunqursaa,humna humnaan dura dhaabatuuf Damee Dantaa Waraanaa ABO (OLF Military Affairs Department) jalatti caaseffame.

Dameen Dantaa Waraanaa ABO, Birkiilee hojii fi gareelee of jalatti qaba. Dameen Dantaa Waraanaa Bilisummaa Oromoo (DDW) /OLF Military Affairs Department/ gaafatamni isaa fi itti waamamni isaa Shanee Gumii ABO (Executive Committee of OLF)'f ta'a. D.D.Waraana ABO Gaafatamaa Damee fi Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromootiin ajajama. Dameen Dantaa Waraanaa ABO Birkiilee (Sections) jalatti caaseffamanii hojii dhimma waraanaa gaggeessan qaba.


CAASAA FI AJAJAA WBO JALA KAN TURAN SADARKAA DAMEE,BIRKII FI ZOONILEETTI.

Isaanis:

Gurmaa'insa Caasaa

1.Birkii Leenjii Waraanaa,Barnoota Siyaasaa fi Barnoota Idilee.

2.Birkii Bulchiinsa Waraanaa fi Dhiheessii.

3.Birkii Qorannoo,Qaruuxee Waraanaa fi Tikaa.

4.Birkii Bobbaa fi Qunnamtii Waraanaa.

Itti waamamni Damee Dantaa Waraanaa ABO fi Ajajaan WBO itti waamamni isaa HD-ABO'f ta'a.

HD-ABO Ajajaa Gubbee/Wiirtuu (Commander in Chief) Waraana Bilisummaa Oromooti.


MAQAA AJAJOOTA WBO SADARKAA DAMEETTI MURAASA.

•Jaal.Dhugaasaa Bakakkoo - Gaafatama Damee Dantaa Waraanaa ABO fi Ajajaa WBO hanga bara 2001.

•Jaal.Abdii Raggaasaa- Gaafatama Damee Dantaa Waraanaa ABO fi Ajajaa WBO 2001 hanga 2018.


MAQAA GAAFATAMA DAMEE,BIRKII FI AJAJOOTA KAN TURAN MURAASA.

1/Jaal.Bobbaasaa Gadaa

2/Jaal.Aneessoo Waaree

3/Jaal.Xahaa Abdallaa

4/Jaal.Irreessaa Caalaa

5/Jaal.Caalaa Leencoo

6/Jaal.Laggasaa Wagii

7/Jaal.Lammeessaa Taasisaa

8/Jaal.Huseen Mohaammad

9/Jaal.Kabaa Gaaddisaa

10/Jaal.Xayiib Abbaa Goojjam

11/Jaal.Gaayyoolee Galgaloo

12/Jaal.Alii Gooroo

13/Jaal.Mallicha Lojee

14/Jaal.Tasfaayee Dheeressaa

14/Jaal.Gammachuu Ayyaanaa

15/Jaal.Kennasaa Ayyaanaa

16/Jaal.Roobaa


MAQAA AJAJOOTA ZOONILEE KAN TURAN MURAASA.

1/Jaal.Goollichaa Dheengee

2/Jaal.Gammachuu Abbooyyee

3/Jaal.Galgaloo Dhirrii

4/Jaal.Amaan Filee

5/Jaal.Abdataa Baasiree

6/Jaal.Laggasaa Wagii

7/Jaal.Lammeessaa Taasisaa

8/Jaal.Raggaasaa

9/Jaal.Asfaaw Abdiisaa

10/Jaal.Dachaas Roobaa

11/Jaal.Daraaraa Lammii


IBSA WALIIGALAA DUUCHAATTI,AKKAATAA QOQQOODIINSAA MISEENSOOTA IDILEE-IFATTI DAMEE WBO DURAANII.

Ibsa waliigalaa:

Murna "Bulchiinsa EPRDF" jedhee of waamuun kan butaman,magaalaa keessatti ifatti kan wareegaman,mana ukkaamsaa dhoksaa keessatti kan wareegaman fi hidhamanii jiran,murtii sobaan manoota hidhaa garagaraa keessa dararamaa kan jiran,qindoomina qaamoota alaa fi keessoo murna kanaan kan butaman,golga araaraa fi saabotejiin biyya galfamanii kan hidhaman akkasumas kan ajjeefaman,diina keessoo fi alaan kan butamanii achi buuteen isaanii kan dhabaman,utuu gara maatii galaa jiranii fi Gurmaa'insa caasaan isaa (WBO) karaa jiru achi buuteen dhabamee wareegaman, ergama murna EPRDF qaban ( WBO idilee fakkaataniin to'atamanii qaamaa hir'atan fi wareegaman) akkasumas WBO idilee addaa keessatti civiilii fakkaatanii dirqama addaa utuu raawwataa jiranii,dirqmaa kallattii irratti wareegaman,miseensoota WBO sababa adda addaa hin beekamneen siviilii ta'anii biyya alaa garagaraa fi biyya keessa jiran,Gurmaa'insa Jaarmiyaa WBO Waliigalaa jalatti sadarkaa ol-aanaa,Gidduugaleessaa fi sadarkaa Bulchiinsa Kallattii dirqama bahataa jiran,walumaa galatti kan maqaan tuqame fi irra darbame jiru.

46 views0 comments
                 Ejeensii Burqaa Oduu Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa(EBO-JWBOW)
                                  General Organazation of the  Oromoo Liberation Army  (GOOLA)
bottom of page