Ibsa Hojii Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa.
top of page
  • JWBOW

Ibsa Hojii Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa.

Updated: Oct 17, 2023

Tajaajila waliigalaa

- Itti waamamni Damee Waraana Bilisummaa Oromoo duraanii Adda Bilisummaa Oromoofidha. Bara 1978 irraa hanga 2017tti gaafatamummaa waliigalaa fudhataa ture. Xumura 2018 hidhatni kun shiraan addaan cite.


- Akkaataa barbaachisummaa haala yeroo waliigalaa bu`uura godhachuudhaan fooyyessuun itti fufsiisanii hojiilee sivilii, namoomaa fi waraanaa biyya keessaa fi sadarkaa idil-addunyaatti gurmaa'insa caasaa hojii waraanaa fi sivilii waliigalaa ifatti mirkaneeffaman itti gaafatamummaa ifatti mirkaneessuu.


- Tarsiimoo waraanaa, nageenyaa, namoomaa fi hariiroo waliigalaa akkaataa akeekaa fi kaayyoon Waraana Bilisummaa Oromoo mirkanaahuuf gargaarutti karoorsee qindeessee murteessee, raawachiisee mirkaneessuu.

- Tarsiimoo yeroo gabaabaa, dheeraa fi tasa barbaachise qopheesse raawachisuu.

- Dogoggora hubannoo waa`ee WBO shira nam-tolcheen oduu sobaa tamsaasamaa ture, sobaa fi shira nam-tolchee dantaa siyaasaaf jecha sabotejii diinota tarsiimoo mooraa Abdii walabummaa ta’nii qindeessee ragaa waliin dhiheessee mirkaneessu.


- Hariiroo dantaa gara lamaanii faayyadu uumuu, hariiroo michummaa fi waltumsaa WBO mirkaneessuu, hojimaata waliigalaa ifatti hojjetaman to`achuu fi raawachiisuu fa'a.






114 views0 comments
                 Ejeensii Burqaa Oduu Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa(EBO-JWBOW)
                                  General Organazation of the  Oromoo Liberation Army  (GOOLA)
bottom of page