Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo irraa
top of page
  • JWBOW

Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo irraa

Updated: Jun 23


Waxabajjii 22,2024

Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo irraa.


Oprshiinii Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa Idilee Ifattii (JWBOWII) tti Hojii Dhimma Nageenyaa fi Ajaja WBO Idilee waliin qindaa’e Gaafa 22-06-2024 Ajaja Kutaa WBO Bahaa Birgeedii Caffee Tumaa Jalatti Zoonii Baha Shaggar Ona Dugdaa Farreen tarsiimoo Miseensa WBO idilee fakkaataa Tottoobaa Baayisaa fi Gareen Humna Waraanaa Itophiyaa Ajajaa Humna warra Itophiyaa kan tahe Kolonel Mesfin Gazzaaheny Ajjeefamaniiru.





233 views0 comments
                 Ejeensii Burqaa Oduu Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa(EBO-JWBOW)
                                  General Organazation of the  Oromoo Liberation Army  (GOOLA)
bottom of page