JWBOW IBSA BARA HAARAA FI GUYYAA WARAANA BILISUMMAA OROMOO/WBO AMAJJII 1 ISIN GAHE, JWBOWI IRRAA.Hunda dura Ummata Oromoo, lammiilee Oromiyaa, Lammiilee Nagaa Naannoolee, deeggartoota QBO, firoottan keenyaa fi akkasumas michoota...
JWBOWGuyyaa WBO fi Bara Haaraa 2024 ilaalchisuun Dhaamsa Hoogganaa Dhimmoota Hariiroo fi Quunnamtii Waliigalaaa, WBO irraa kename :Hunda dura baga jala bultii Guyyaa WBO, Amajjii 1 fi bara haaraa 2024 isiniin gahe, nuun gahe! Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti...
JWBOWRamaddii Qondaaloota Waraanaa fi Siviilii Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa Ifatti (JWBOW)Jaarmiyaan Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa Ifaattii (JWBOWI). Kaayyoo fi akeekni Mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo, Mula'ata ''...