IBSA HIIKAA JECHOOTAA
. Ibsa Hiikaa Jechootaa
• Mooraa Abdii walabummaa
• ibsituu dukkanaa,Asxaa sirna haarayaa,abdii walabummaa fi faajjii tokkummaa
Maqaalee Alaabaa Uummata Oromoo ammaa(biyya Oromiyaa borii) fi Alaabaa
Hiree Murteeffannaa saboota cunqurfamoo.
“Moggaa lamaan diimtuu magarisaan gidduu,walakkaan aduu hadhuurri Odaa
Magariisa fi Urjii Diimaa”
2. Seera/ota dhorkaa
• Hojimaata Imaammata Qaruuxummaan raawataman Galmoota hin labsamnee(hin
ifoomne)iccitii olaanaa jechuudha
3. Jaarmiyaa waraana Bilisummaa Oromoo waliigalaa ifatti
• Gurmuu(dhaabbata hojimaataaf gaafatamummaa fudhatu)Bulchiinsa waliigalaa
Damee WBOti
4. Barreessaa Jaarmiyaa WBO Waliigalaa
• Dura ta'aa koree hojii raawachiiftuu jaarmiyaa WBO waliigalaa(dura ta'aa koree
ajojoota damee WBO)
5. Ajejaa(Hooggansa)Jaarmiyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Waliigalaa ifatti
• Barreessaa Jaarmiyaa WBO fi Namoota tarrisa maqaa Hoggansa Sadarakaa Olaanaa keessa
jiran
6. Ejeensii Burqaa Oduu Jaarmiyaa WBO waliigalaa
• Maqaa arraata idilee ifattii Jaarmiyaa WBO waliigalaa.
7.WBO/OLA idilee Duraanii
•Caasaa bulchiinsaa fi ajajoota Gadaa duraanii yeroo ABO biyya ollaa Madheeffatee
ture hojiirra turan
8. WBO/OLA idilee addaa
• yeroo hojimaati ifatti hojjetaman addaan citee dirqama ofirraitti hirkannoon
uummataaf,biyyaaf fi egeree dhalootaaf haala rakkisaa fi ifa hin taane
keessa hojjetamaniidha
9. WBO/OLA idilee ifatti
•Caasaa gurmaa'insa ifaa ifatti agoobara jaarmiyaa jalatti hojjetaman
• Sadarkaa Olaanaa
• Sadarkaa giddugaleessaa
• Sadarkaa Bulchiinsa kallattii
10. Abbaa Raayyaa Uummataa
• Maqaa al-idile /qabsooti; Maqaa idilee/ifatti miti.
11. Haroo Lakkuu Ifaa
• Maqaa al-idile /qabsooti; Maqaa idilee/ifatti miti.
13. Labsii Bordii Biyyoolessaa.
Maqaa qindeessitoota fi walquunnamsiistota qaamota qindoominaa
Haroo Lakkuu Ifaa Irraa